Feesbuukiirrattis namoonni hedduunis suura Obbo Battee Urgeessaa pirofaayila isaanii godhachuun gadda isaanii ibsachaa jiru. Ajjeechaa gara jabinaan miseensaafi qondaala isaarratti raawwatameen ...
Roobii Ebla 10, 2024 ganama bakka balfi itti gatamuu reeffii isaanii kan argame namni siyaasaa Obbo Battee Urgeessaa, rasaasaan iddoo baayyee rukutamanii ajjeefamuu Ogeessi fayyaa reeffasaanii ...