Naannoon Tigraay waraana miidhaa guddaa geessiserraa bayyanachuuf carraaqaa jiraattus, hooggansa paartii ijoo naannichaa gidduu dhibdeen ji'ootaaf ture cimee ummata yaaddorra buuseera. Waldhibdeen ...
Naannoo Tigraayitti waldhabdee qondaalota TPLF gidduu jiru hordofee har'a miseensi paartichaa tokko hidhattoota shaniin deeggaramuun buufata FM to'achuudhaaf yaalii taasisuu BBC'n hojjettootaafi ...