Waa'ee holqa Laga Odaa Dirree Dhawaa jiru hagam beektu?
2019年9月3日 · Haa ta'u malee barreeffamootni holqa Laga Odaa keessatti argaman haalaan qoratamanii hin hiikamne. Holqi Laga Odaa tuuriistota biyya keessaa fi biyya alaan daawwatamaa turullee yeroo ammaatti...
Aartii fakkii: Injinara kan fakkiin keenyaan/girgiddaa madda galii …
2021年8月29日 · ''Fakkeenyaaf wayita dhaabbata telekomunikeshinii Eriksan jedhamu tokkoof hojjataa tureetti, hojiif gara dirree wayita imalaniitti sa'aatii dheeraa konkolaataa keessa waan ta'aniif yeroo sanatti ...
Qubee Fakkiidhaan - Afaan Oromo Online
2023年4月30日 · Jechi ‘Televizhiinii’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘Zh’ kan of keessaa qabaniidha.
Gameessi ogummaa fakkii artiist Lammaa Guyyaa eenyu turan?
2020年10月29日 · Bara dullumaa keessallee hojii fakkii kaasuu kan hin dhaabne artiist Lammaan, inumaa dulluma keessa fakkiiwwan hedduu fi bilchaatoo ta'an kaasuu dubbatu. "Aduu das na jedhe, si'iilii lama ...
Dhaha Oromoo Gujii - Waaqumaa Waamiitiin | PDF - Scribd
16 Haadha Ambaa jedhamuun yoo moggaafamtu, haati isa deette ammoo hanga inni fuudhutti Haadha Ambaa, erga fuudhee booda Haadha Odaa jedhamuun moggaafamti.Horteen isaas akkaataa armaan gadii kanaan ibsama. Qaalluu. Obbituu Heeraa Galalcha Dallaaccaa Shaabolaa Lakkiyyee Karrayyuu. Fakkii 9 - Taattoo hortee Qaalluu mul’isu
Ogaartii kut 2TB.pdf - Og-Aartiiwwaan Kitaaba Barattootaa ...
Og-Aartiiwwaan Kitaaba Barattootaa Kutaa 2 63 Shaakala 1 Fakkii Odaa asii gadii dabtara kee irratti erga wixintee booda, halluu odaa fakkaatu dibi? Og-Aartiiwwaan Kitaaba Barattootaa Kutaa 2 64 3.4 Diraamaa Aadaa Diraamaa aadaa jechuun, diraamaa guutummaan guutuutti aadaa hawaasa irratti hundaa`ee dhiyaatuudha.
- 评论数: 57
Waa'ee Gadaa wantoota beekuu qabdan shan - Afaan Oromo Online
2019年2月9日 · 4. Odaa. Odaan galma abbaa Gadaati. Oromiyaa keessa odaawwan hedduutu jiru. Kanneen giddu gala sirna gadaa ta’anii tajaajilaa turanii fi ammas tajaajilaa jiran garuu shan. Isaanis : Odaa roobaa kan Godina Baaleetti argamu; Odaa bisil kan Shawaa Lixaatti argamu; Odaa nabee kan shawaa Bahaatti aragamu; Odaa Bultum kan Harargee Bahaatti argamu
Afaan Oromoo Kutaa 1ffaa........ | PDF - Scribd
Biiroo Barnoota Bul. Magaalaa Finfnneetti • Barnoota Afaan Oromoo Kutaa 1ffaa semi. 2ffaati Qopheessan: Dhufeeraa Daanyeeti Barannoo 18ffaa • Boqonnaa 17_Fakkiileefi Maqaa Isaanii ☝Fakkiilee ilaaluun maqaa isaanii barreessuu fi dubbisuu kaayyoo Barannichaa: Dhuma barannoo kanaa booda barattoonni: ☝Fakkii ilaaluun maqaa isaanii ni barreessitu. ☝ Fakkiilee ilaaluun maqaa isaanii ni ...
Afan Oromo Grade 7 Final July 22 2022 | PDF - Scribd
2022年7月22日 · Fakkeenyaaf, gama odaatiin Odaa Roobaa, Odaa Nabee, Odaa Garaadoo, Odaa Bisil, Odaa Bultumiifi kanneen kana fakkaatan ni’eeramu. ... Fakkii A Fakkii B Gilgaala 1. Dubbisa siif dubbifamu dhaggeeffachuun dura gaaffilee asii gadii afaaniin deebisi. 1. Garaagarummaa fakkii A fi B lamaan gidduu jiru maal hubatte? ...
Fakkiin qullaa daa’immanii hubannoo nam-tolcheen (AI) hojjatame …
2023年9月25日 · Magaalaa Kibba Ispeeniitti argamtu Almandiraaleehootti fakkiiwwan daa’imman dubaraa qullaan hubannoo nam-tolcheen (AI) hojjataman, beekkamtii isaanitiin ala erga miidiyaa hawaasaarratti qodamanii...